Kantiibaa Adaanech Abeebee qorannoo raawwii hojii fi marii karooraan cinaatti sosochii Ispoortii hooggansa hirmaachise taasisuu ibsan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee qorannoo raawwii hojii fi marii karooraan cinaatti sosochii Ispoortii hooggansa hirmaachise taasisuu ibsan

AMN PLUS Adoolessa 13/2017

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee qorannoo raawwii hojii fi marii karooraan cinaatti sosochii Ispoortii hooggansa magaalichaa hirmaachise taasisuu ibsaniiru.

Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin hooggansi fayyummaan isaa eegameefi qaamaan cimaa ta’e mul’ata badhaadhina milkeessuuf murteessaadha.

Har’a ganama qorannoo raawwii hojii fi marii karooraan cinaatti sosochii Ispoortii taasisneerra. Carraaqqii cimaan gara milkaa’inaatti jechuunis ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply