Kutaaleen hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwatan

You are currently viewing Kutaaleen hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwatan

AMN PLUS Caamsaa 16/2017

Kutaaleen hawaasa daldalaa garagaraa magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa daawwataniiru.

Daawwannaa isaanii kanaanis misooma qarqara laga naannoo riqicha Raas mokonnin, 4 kiiloo Pilaazaa, Misooma Koriidariifi Hojii deebisanii misoomsuu naannoo Kaazaanchis daawwataa jiru

Darajjee Bayyanaa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply