Lammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman

You are currently viewing Lammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman

‎AMN PLUS – Hagayya 07/2017

Lammiileen Itoophiyaa 210 Maalaawwiitti manneen hidhaa gara garaa keessa turan gara biyyaa deebifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.

Lammiilee kanneenis Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, Dhaabbata Godaantota Addunyaafi Embaasii Itoophiyaa Daare Salaam jiru waliin ta’uun Hagayya 1 hanga Hagayya 7tti deebisuun danda’amuu eerame.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply