Yooweerii Muuseeveeniin maanguddoo ganna 80 tti.
Akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1986 irraa eegaluun pireezidaantummaan Yuugaandaa gaggeessaa jiru.
Maanguddichi yoo xiqqaate waggoota 45 biyyatti gaggeessuun karoora kooti jechuun dubbataniiru.
Amma waggaa 39ffaaf Yuugaandaa bulchaa jiru.
Bara dhufu filannoo pireezidaantummaa biyyattiin gaggeessituufis nan dorgoma jechuun beeksisuu Sputnik Afrikaa gabaasera.
Iddoosaa Abdiitiin