Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan

You are currently viewing Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan

AMN PLUS Caamsaa 07/2017

Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan.

Obbo Tamasgeen Xurunee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin magaalonni agarsiiftuu qaroomina dhala namaati. Qaroominni biyya tokkoo sadarkaa magaalotaatiin madaalama.

Magaalonni giddu galeessa qaroominaa waan ta’aniif fakkeenya badhaadhinni Itoophiyaa maal akka fakkaatu qaamni ilaaluu barbaadu yoo jiraate magaalota keenya haa ilaalu. Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’aa jirti jechuun ergaa dabarsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply