Leenjiin Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa mata duree “Ilaalcha Mootummaa Ida’amuun Guddina Dameelee” jedhuun hoggantoonni federaalaafi magaalaa Finfinnee leenjii fudhataa turan Paarkii Araadaa daawwataniiru.
Magaalaan Finfinnee misooma nama giddugaleeffateen hojiin hojjette Hoggantoota Paartii Badhaadhinaan daawwatamaa jira