Manni Barnootaa Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa leenjisaa ture eebbise

You are currently viewing Manni Barnootaa Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa leenjisaa ture eebbise

AMN PLUS- Fulbaana 11/2018

Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa qophummaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.

Manni Barumsaa Qondaaltota waraanaa Huursoo Leenjitoota leenjii koorsii gaggabaaboo fudhatan har’a eebbisiiseera.

Ijoollee gootoota durii waan taataniif biyya tiksuun dhalootaaf dabarsuu qabdu jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan haasawa sirna eebbichaarratti taasisaniin.

Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa ergama kamiiyyuu ga’umsaan raawwachuuf saayinsii waraanaa fi hidhannoo ammayyaa hidhachuu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply