Manni Marichaa guyyaa boruu yaa’iisaa idilee nigaggeessa

You are currently viewing Manni Marichaa guyyaa boruu yaa’iisaa idilee nigaggeessa

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017

Manni Maree guyaa biruu yaa’ii idilee 20ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa akka gaggeessu beekameera.

Yaa’ichaan wixineen Hoggansa Sodaa Balaa Itoophiyaa qorachuun ni raggaasifam jedhamee akka eegamu odeeffannoon Mana Marichaa ni mul’sa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply