‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

You are currently viewing ‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

‎AMN PLUS-Fulbaana 13/2018

‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsa hordofuun hirirrii deeggarsaa Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasatti adeemsifamaa jira.

‎Xumuramuun hidha haaromsa mallattoo badhaadhina akkasumas kan tokkummaa akka ta’e ibsu.

‎Milkaa’inaan xumuramuun isaa waloofi tokkummaan hojjechuun mallattoo olka’insa biyyaa fi ergaawwan biraas akka dabrsaa jirus ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply