Milkaa’inoota argaman injifannoo caaluuf fayyadamuun bu’a qabeessummaa guddisuun akka danda’amu himameera.
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hoggansa magaalichaa sadarkaan jiran waliin mata duree ” Badhaadhina Biyyaaf Gahee Hundaa” jedhuun abdiifi qormaatawwan sochii hunda galeessa jaarraa walakkeessaa irratti waltajjii hubannoo uumu qopheessera.