Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka bu’oota ogeessota fayyaa waliin maria’atan

You are currently viewing Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka bu’oota ogeessota fayyaa waliin maria’atan

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017

Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) bakka bu’oota ogeessota fayyaa waliin maria’achuu isaani beeksisan.

Minisirri Muummee Abiyyi (Dr.) fuula midiyaa hawaasaa isaanitiin egaa dabarsaniin, marii Qooda fudhattoota garaa garaa waliin taasifnu itti fufuun ha’a ogeessota fayyaa waliin marii adeemsifneera jedhan.

Marii kana irrattis carraawwanii fi tarkaanfiiwwan gaarii, akkasumas qaawwaa fi qormaata irratti mari’achuu isaani ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply