Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Godina Baaleetti Loojii Diinshoo ijaarsarra jiruufi lafa margaa Geesee daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota olaanoo mootummaa biroo waliin ta’uun Godina Baaleetti Loojii Diinshoo ijaarsarra jiruufi naannawaa isaa akkasumas lafa margaa Geesee daawwachuu Waajjirri Ministira Muummee miidiyaa hawaasummaa isaan ifoomseera.