Mootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

AMN PLUS-Bitootessa 20/2018 Feestivaalli Ispoortii Aadaa Biyyaalessaa 23ffaan sirna baniinsa isaa irratti keessummoota Federeeshinii Ispoortii Aadaa Afrikaa hirmaachiise Magaalaa Harariitti eegaleera. Saganticharratti ergaa kan dabarsan Deetaan Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo…

Continue ReadingMootummaan Ispoortii Aadaa akka qaama turizimiitti irratti hojjetaa jira-Obbo Makkiyyuu Mahaammad

Kana booddee gabaan Turizimii addunyaa gara ardii Afrikaatti fuulleffata – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kana booddee gabaan Turizimii addunyaa gara ardii Afrikaatti fuulleffata - MM Abiyyi Ahimad (PhD) AMN PLUS - Bitootessa 16/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Afrikaan yeroon itti gabaa turizimii…

Continue ReadingKana booddee gabaan Turizimii addunyaa gara ardii Afrikaatti fuulleffata – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Affaar seenaafi uumamaan naannoo sirriitti badhaadhedha – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Bitootessa 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) daawwannaa hojii Naannoo Affaaritti taaisaniin Affaar seenaafi uumamaan kan badhaate akka taate ibsan. Loojii Nii’iinii Lee Paalmi qaama sagantaa…

Continue ReadingAffaar seenaafi uumamaan naannoo sirriitti badhaadhedha – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Hojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

‎AMN PLUS - Bitootessa 08/2018 Magaalaan Finfinnee hojii turizimiifi eegumsa naannoo wal-simsiisuun hojjechuun biyyoota Afrikaa biroofillee muuxannoo haaraa taha jedhan lammiileen biyyoota Afrikaa garaagaraa irraa dhufan hojiilee misoomaa magaalattii daawwatan.…

Continue ReadingHojiin turizimiifi eegumsa naannoo Finfinneetti hojjetame Afrikaanotaaf muuxannoo haaraadha – Lammiilee Afrikaa

Finfinneen aadaa keessummaa simachuu calaqqisiistuun sanada wal amantaa barreeffama malee qabdi – Rogeessa Miidiyaa Kaameroon

AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Rogeessi Miidiyaa Kaameroon Ateem Haaris Finfinneen har’as, boris mul’istuu miidhagina, nageenyaafi ammayyummaa Afrikaati jechuun waan ijaan arge bu’uureffachuun magaalattiin soora qalbii ilmoo namaa tahuu miira…

Continue ReadingFinfinneen aadaa keessummaa simachuu calaqqisiistuun sanada wal amantaa barreeffama malee qabdi – Rogeessa Miidiyaa Kaameroon

Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!

AMN PLUS – Guraandhala 16/2018 Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikuun Bu’a Qabeessa Tahan Keessaa Taayilaandi Dorgomaa Hin Qabdu. Turkiyyee, Hindiifi Gamtaan Emiraatota Arabaa Hawaasa Fayya Buleessa Hojjetee Jijjiiramu…

Continue ReadingFinfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!

‘OpenAI Africa’ hawwatoota Tuurizimii Finfinnee daawwate

AMN PLUS- Guraandhala 13/2018 Jilli Hoggansa 'OpenAI Africa' Amaanu’eel Lubaanzaadiyoon durfame bakkeewwan hawwata tuurizimii garaa garaa Finfinneetti argaman daawwateera. Jilli kun gahumsoota carraa hojii kalaqaa magaalaa Finfinneetti argaman akkasuma daawwataniiru.…

Continue Reading‘OpenAI Africa’ hawwatoota Tuurizimii Finfinnee daawwate

Itoophiyaan Toora Biyyoota Addunyaa Turizimiin Guddina Saffisaa Galmeessanii Hiriiruun Ibsameera. Akkamiin? Eessatti Maaltuu Hojjetame? Maddeen Eeraniiru.

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Oduu Aagaa kan jedhame Itoophiyaan biyyoota addunyaa turizimiin guddina saffisa qabu galmeessaa jiraachuu ishee maddeen garaagaraa dhugaa qabatamaa damee turizimii biyyatti xiinxalaniiru. Akka safartuu turiizimii idil-addunyaa…

Continue ReadingItoophiyaan Toora Biyyoota Addunyaa Turizimiin Guddina Saffisaa Galmeessanii Hiriiruun Ibsameera. Akkamiin? Eessatti Maaltuu Hojjetame? Maddeen Eeraniiru.

Finfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

‎AMN PLUS – Guraandhala 05/2018‎‎Finfinneen teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaan akka wiirtuu dippiloomaasii Ardii Afrikaa taatu taasise jedhan Komiishinii Diinagdee Gamtaa Afrikaatti Ogeessi Diinagdeefi Bulchiinsa Baajataa kaadhimamaan PhD Namoomsaa Mangashaa…

Continue ReadingFinfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎