MM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad Mr. Masaad Buuloos waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 7/2018

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, guyyaa har’aa Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin dhimmoota damee hedduurratti mari’anneerra jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply