AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmud waliin mari’atan.
Dr. Abiyyi dhimmoota waloofi dhimmoota naannawaa irratti xiyyeeffachuun mari’achuu ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin beeksisaniiru.