‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee

You are currently viewing ‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 26/2018

‎Mootummaan Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa milkaa’inaan akka xumuramuuf akka hojjatu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee ibsan.

‎Sirna baniinsa Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa irratti haasaa taasisaniin, mootummaan filannoo marsaa 7ffaa bara kana adeemsifamu nagaan xumuramuuf akka hojjatu beeksisaniiru.

‎Filannoon kun haqa qabeessa, dimookiraatawaafi bilisa akka ta’uuf kan hojjatamu ta’uus himan.

‎Malkaamuu Abbabaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply