Obbo Isaayaas Jiraa FIFAtti miseensa koree Farra Sanyummaa ta’an

You are currently viewing Obbo Isaayaas Jiraa FIFAtti miseensa koree Farra Sanyummaa ta’an

AMN PLUS- Fulbaana 28/2018

Pirezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Obbo Isaayaas Jiraa Waldaa Federeshinoota Kubbaa miilaa Addunyaa FIFA irraa muudama argatan.

Pirezdaantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoon Obbo Isaayaas Jiraa miseensa koree farra sanyummaafi walqoodinsaa “Anti-Racism & Anti – Discrimination” gochuun muudan.

Obbo Isaayaas Koree Hojii Raawwachiiftuu CAF tahuunis tajaajilaa jiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply