Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa hojiiwwan misooma Magaalaa Finfinnee daawwacha jiru

You are currently viewing Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa hojiiwwan misooma Magaalaa Finfinnee daawwacha jiru

AMN PLUS- Caamsaa 27/2017

Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misooma ijaarsarra jiraniifi ijaaramanii xumuraman daawwacha jiru.

Daawwannichi ogeeyyiin midiyaa misoomaa adeemsifamaa jiru irratti hubannoo ifa ta’e qabaachuun itti gaafatamummaa ogummaa isaanii sirnaan akka bahan kan gargaaru tahuun himameera.

Akkasumas odeeffannoo guutuu hawaasaa biraan gahuuf haalaa mijataa uumuuf akka ta’e ibsameera

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply