Pop Firaansis umrii waggaa 88tti dadhabbi addunyaarraa boqotan

You are currently viewing Pop Firaansis umrii waggaa 88tti dadhabbi addunyaarraa boqotan

AMN PLUS- Ebla 13, 2017

Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatolikii Roomaa Pop Firaansiis ayyaana Faasikaa barii addunyaa kanarraa boqochuun dhagahame.

Pop Firaansiis bara 1957 sombi isaanii gartokko wal’aansaan erga baheefii booda yeroo dhihoo as dhibee Niimooniyaan qabamuun yaalamaa turani.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply