‎”Samo Eta” Sirna Sassaabbii Qoricha Aadaa uummata Yem kan waggaa

You are currently viewing ‎”Samo Eta” Sirna Sassaabbii Qoricha Aadaa uummata Yem kan waggaa
  • Post category:Fayyaa
  • Post comments:0 Comments

‎AMN- PLUS- Sadaasa 10/2018

‎Giddu-galli qoricha aadaa uummata Yem, gaara Boor jedhamu irraa waggaa waggaan Onkololeessa 17 simboof miidhagina qofa osoo hin taane, qorichis irraa hammaarama.

Gaarri Boor, Gaara Fayyinaa jedhamuunis beekama.

‎Giddu-galeessa Itoophiyaa Godina Yemiitti kan argamu gaarri Boor, uummata naannoo sanaaf madda miidhaginaati.

‎Guyyaa har’aas gaarichi ogeeyyii miidiyaa adda addaan daawwatameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply