Tajaajila dijitaalaa Giddugala tokkoo Addis Masoob Keessatti dhaabbilee hammataman:‎

You are currently viewing Tajaajila dijitaalaa Giddugala tokkoo Addis Masoob Keessatti dhaabbilee hammataman:‎

AMN PLUS – Onkoloolessa 5/2018

‎Addis Masoob tajaajila dijitaalaa mootummaa Giddugala tokkotti dhaabbileen hammataman eenyu fa’a?

‎* Biiroo Daldalaa

‎* Biiroo Galiiwwanii

‎* Biiroo Hojii fi Ogummaa

‎* Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa lafaa

‎*Biiroo Misoomaa fi Bulchiinsa Manneenii

‎* Biiroo Misoomaa fi Karooraa

‎*Ejensii Galmeessa Qabiyyee Lafaafi Odeeffannoo

‎*Ejensii Galmeessa Siviliifi Tajaajila Lammummaa

‎*Abbaa Taayitaa Eeyamaafi To’annoo Ijaarsaa

‎* Korporeeshinii Manneenii

‎* Komishiinii Invastimantii

‎*Abbaa Taayitaa Eyyamaafi To’annoo Konkolaataafi Konkolaachisaa

‎* Abbaa Taayitaa Manajimantii Tiraafiikaa

Yommuu ta’an

‎Dabalataanis;

‎* Tajaajila Galeessaafi Mirkaneessa Sanadootaa

‎* Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa

‎* Itiyoo Posta

‎* Itiyoo Telekoom

‎* Baankii Daldalaa Itoophiyaa fi

‎* Baankii Sikkeet

‎Ta’uu Addis Masoob beeksiseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply