Wal dorgommiin biskileetii KM 100 Jila Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun qophaahe injifannoo garee Biyyaalessa Itoophiyaan xumuurame

You are currently viewing Wal dorgommiin biskileetii KM 100 Jila Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun qophaahe injifannoo garee Biyyaalessa Itoophiyaan xumuurame

AMN PLUS- Guraandhala 28/2017

Wal dorgommiin biskileetii KM 100 Jila Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun qophaahe injifannoo garee Biyyaalessa Itoophiyaan xumuurameera.

Dorgommicha 1ffaan kan xumuure Filiimoon Zarabiruk garee biyyaalesaaa irraa badhaasa birrii kuma 50, Dargaggoo Tamasgeen Mabraatee kilaba Maqalee Saba Andartaa irraa lammaffaa bahuun badhaasa birrii kuma 40 yoo injifatu Kiyyaa Jamaalis garee biyyaalessaa irraa 3ffaa bahuun birrii kuma 30 argateera

“Dorgommii kana irratti hirmaannee aadaa keenya waan beeksifnee gammanneerra” jechuun dorgomtoonni miira isaanii ibsaniiru.

Dorgommicha irratti warra hirmaataniufis waraqaan ragaa kennameera.

Caalaa Barakatu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply