Waliigaltee Piriitooriyaa ilaalchisee gabaasni Gamtaa Afriikaaf dhiyaachuun mariin taasifame

You are currently viewing Waliigaltee Piriitooriyaa ilaalchisee gabaasni Gamtaa Afriikaaf dhiyaachuun mariin taasifame

AMN PLUS Guraandhala 9, 2017

Waliigalteen nagaa Onkololeessa 23/2015 mootummaa Federaalaafi TPLF gidduutti Piritooriyaatti mallattaa’e furmaata Afrikaafi barnoonni kan irraa horatamu ta’uun himameera.

Adeemsa walii galtichaafi muuxannoo irraa qooddatamuu qabu ilaalchisuun Yaa’ii Gamtaa Afriikaarratti gabaasni dhihaateera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply