Gaanaatti yaa’iin 12ffaan paartilee siyaasaa Afriikaa adeemsifamaa jira.
Pireezidaantiin Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Olaanaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah fi Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil-addunyaa Paartichaa Biqilaa Hurrisaa (PhD) hirmaachaa akka jiran Addis Miidiyaa Neetwork odeeffannoon argate ni mul’isa.