Pirojektiin damee kubbaa miilaan eegalame bu’aa buusuu eegaleera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

You are currently viewing Pirojektiin damee kubbaa miilaan eegalame bu’aa buusuu eegaleera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018

Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Umrii 17 Gadii waggaa 22 booda Waancaa Afriikaaf darbuu hordofee Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Kantiibaa Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin “Har’a Finfinneetti gareen biyyalleessa umrii 17 gadii gitasaa Keeniyaa 3-0’n injifachuun waggaa 22 booda Waancaa Afriikaaf darbuunisaa hinaaffaan uummata keenyaa yeroo gabaabaa gidduutti deebii akka argatu mul’istuudha” jedhan.

“Injifannoo kanaan maqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi maqaa kootiin uummata Itoophiyaa maraan baga gammaddan jechuun barbaada” jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply