Deembeeleen badhaasa taphataa cimaa FIFA injifate

You are currently viewing Deembeeleen badhaasa taphataa cimaa FIFA injifate

AMN PLUS- Mudde 7/2018

Lammiin Firaans kilaba PSG’f taphatu Usmaan Deembeelee, taphataa cimaa waggaa FIFA bara 2025 injifate.

Taphatichi Baaloon D’oriin dursee yoo injifatu badhaasota gurguddoo lameen kanaan Laamiin Yaamaal caaluun Mootii Bara 2025 ta’uu mirkaneesseera.

Leenjisaa Luwis Enriikeenis badhaasa Leenjisaa Cimaa FIFA injifataniiru.

Garee Cimaa FIFA 11, keessaattis taphattoonni PSG 5 filamaniiru

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply