“Dhaabbiin Baala Shaayii qaama Ashaaraa Magariisaa ta’e haala gaariin gaggeeffamaa jira” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

You are currently viewing “Dhaabbiin Baala Shaayii qaama Ashaaraa Magariisaa ta’e haala gaariin gaggeeffamaa jira” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Mudde 24/2018

Jalqabbiin gaariin Baala Shaayii dhaabuun mul’ate Damee Agiroo-piroosasiingiitiin yoo dabalame milkii guutuu ta’a jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD)

Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin inisheetiiviin misooma Baala Shaayii qaama Ashaaraa Magariisaa ta’e haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu himan.

Dameen dhuunfaa sona dabaluun yoo hirmaatan fedhii biyya keessa guutuurra darbuun, alatti erguun biyya keenya fayyadamaa taasisa jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply