Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwatan

You are currently viewing Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwatan

AMN PLUS – Amajjii 7/2018

Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa waggoota 27 booda gara biyyatti deebi’an Obbo Hasan Alii Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwatan.

Obbo Hasan Itoophiyaan jijjiirama keessa jirtu dinqisiisaa ta’uu himuun injifannoon Adawaa Tokkummaa Biyyaalessaa akka ijaaru ibsaniiru.

“Adawaan boonsaa Afriikaanotaafi Uummata gurraachaa hundaati” jechuu Odeeffannoon Bulchiinsi Yaadannoo Injifannoo Adawaa AMN’f erge ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply