Godina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii addaa addaa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalan

AMN - Bitootessa 18/2017 Godina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii garagaraa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalaniiru. Pirojektiiwwan bishaanii kunneen Ministira Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.) dabalatee bakka hooggansi godinichaa bakka…

Continue ReadingGodina Booranaatti pirojektiiwwan bishaan dhugaatii addaa addaa eebbifamanii tajaajila kennuu eegalan

Mootummaan bittaa xaa’oo biyyoo birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasiseera- Girmaa Amantee (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 18/2017 ‎ ‎Mootummaan bara kana bittaa xaa'oo biyyoof birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasisuu Ministirri Ministeera Qonnaa.Girmaa Amantee (Dr.) ibsan. ‎ ‎Bara bajaataa kana xaa'oo biyyoo kuntaala miiliyoona…

Continue ReadingMootummaan bittaa xaa’oo biyyoo birrii Biiliyoona 84 deeggarsa taasiseera- Girmaa Amantee (Dr.)

Rakkoo Geejjibaa magaalaa Finfinnee furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko hojii jalqabuufi

AMN - Bitootessa 18/2017 Rakkoo Geejjibaa wayittii hojiin galamuu fi hojii bahamu magaalaa Finfinneetti mul’atu furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko dhiheenya hojii akka jalqaban biiroon Geejjibaa Finfinnee Beeksise. Biirichi rakkoo…

Continue ReadingRakkoo Geejjibaa magaalaa Finfinnee furuuf konkolaattonni elektiriikii dhibba tokko hojii jalqabuufi

Jaappaan Itiyoophiyaaf xaa’oo kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasiste

AMN - Bitootessa 18, 2017 Mootummaan Jaappaan Oomishtummaa Qonnaa Itiyoophiyaa deeggaruuf xaa’oo Yuuriyaa kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasise. Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Soofiyaa Kaasaan deeggarsichi oomishtummaa qonnaa dabaluuf…

Continue ReadingJaappaan Itiyoophiyaaf xaa’oo kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasiste

Naannoo Oromiyaatti waggoottan jahan darbanitti fayyadamtoota inshuraansii fayyaa hawaasaa mil. 29 ol horachuun danda’ameera- Biiroo Fayyaa Oromiyaa

AMN PLUS- Bitootessa 18/2017 Naannoo Oromiyaatti waggoottan jahan darbanitti fayyadamtoota inshuraansii fayyaa hawaasaa mil. 29 ol horachuun danda’amuu  Biiroo Fayyaa Oromiyaa beeksiseera. Biiroon Fayyaa Oromiyaa waggoottan jahan darbanitti fayyummaa hawaasaa…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waggoottan jahan darbanitti fayyadamtoota inshuraansii fayyaa hawaasaa mil. 29 ol horachuun danda’ameera- Biiroo Fayyaa Oromiyaa