“Rakkoo Quucarummaa hojiidhaan balleessina” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Onkololeessa 01/2018 Rakkoo Quucarummaa daa'immanii kan balleessinu yoo hojjenne qofaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) himan. Dooktar Abiyyi hojiilee misoomaa kooriidarii baadiyyaa ilaalchisuun hoggantoota Federaalaa fi…

Continue Reading“Rakkoo Quucarummaa hojiidhaan balleessina” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa sagantaa galateeffachuufi beekamtii kennuu adeemsisaa jira‎

AMM PLUS - Onkoloolessa 01/2018 ‎Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Filannoon Boordii Hoji-Raawwachiistota Bara 2017 xumuramuu sababeeffachuun Galma Yaadannoo Adawaatti sagantaa galateeffachuufi beekamtii kennuu adeemsisaa jira.‎ ‎Pirezidaantiin Mana Marichaa…

Continue ReadingManni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa sagantaa galateeffachuufi beekamtii kennuu adeemsisaa jira‎