Guyyaan Maanguddootaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Soorataa Tasfaa Birhaan 26ffaatti kabajamaa jira

You are currently viewing Guyyaan Maanguddootaa sadarkaa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Soorataa Tasfaa Birhaan 26ffaatti kabajamaa jira

AMN Plus- Onkoloolessa 19/2018

Biiroon Dubartootaa, Daa’immaniifi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee Guyyaa Maanguddootaa Giddugala Soorataa Tasfaa Biraan 26ffaatti kabajaa jira.

Guyyichi sadarkaa idil-addunyaatti yeroo 35ffaafi akka Itoophiyaatti yeroo 34ffaaf mataduree “Nageenyaafi Mirga Maanguddootaa Eeguuf Ittigaafatama Keenya Haa Bahannu” jedhuun kabajamaa jira.

Kabaja guyyichaarratti maanguddoonnifi hoggantootni sadarkaa garagaraa magaalattii argamaniiru.

Bulchaa Nagaraatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply