Guyyaa tokkoon lammiileen kuma tokko ol carraa hojii argatan

You are currently viewing Guyyaa tokkoon lammiileen kuma tokko ol carraa hojii argatan

AMN Plus- Onkoloolessa 29/2018

Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti sosochii guyyaa tokkotti Dargaggoota 1000f carraa hojii uumuu jedhuun dargaggoota hojii dhabeeyyii 1,098’f carraan hojii dameelee garagaraa uumame.

Dargaggoonni carraa hojii argatan kana dura hojii dhabanii araada garagaraaf saaxilamanii turuu himuun, carraa argamanitti fayyadamuun ofiifi biyya jijjiiruuf kakka’umsaan hojjachuuf qophii ta’uu himan.

Dargaggoonni kunneen, damee Qonnaa Magaalaa, Maanufaakyeriingii, Ijaarsa, Daldalaafi Tajaajiloota garagaraatti bobba’anii kan hojjatan ta’uun ibsameera.

Namoomsaa Baalliitu gabaasee

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply