Miseensonni Raayyaa Kooriiwwan Ajaja Bahaarraa leenji’an eebbifaman

You are currently viewing Miseensonni Raayyaa Kooriiwwan Ajaja Bahaarraa leenji’an eebbifaman

AMN Plus – Onkoloolessa 29/2018

Miseensonni Raayyaa Kooriiwwan Ajaja Bahaarraa filamuun baatiiwwan lamaaf leenji’aa turan eebbifaman.

Ajajaa Itti Aanaan Ajaja Bahaa M/Jeneraal Fiqaaduu Tsaggaayee, Ajajni Bahaa, naannoo Amaaraafi Baha biyyattiitti ergama heeraan kennameef bahachaa jira jedhan.

“Waraanaa Leenjina, Leenji’aas Waraanna” yaadama jedhuun leenjiwwan walitti fufaan kennamaa akka jirullee himuu Odeeffannoon Raayyaan Ittisa Biyyaa nuuf erge ni agarsiisa.

Raayyaan har’a eebbifaman Ajaja Bahaa cimsuun, raayyaa karoora Baandaa keessaafi Alagaa Alaa waloon eegalan fashaleessaa jiruuf humna dabalataa akka ta’an eeraniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply