Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee Obbo Xiraatuu Bayyanaaf gaggeessaa taasisan

You are currently viewing Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee Obbo Xiraatuu Bayyanaaf gaggeessaa taasisan

AMN Plus-Sadaasa 2/2018

Hoggantoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bakka Kantiibaa Adaanech Abeebeen argamanitti Obbo Xiraatuu Bayyanaaf gaggeessaa taasisan.

Obbo Xiraatuun Sadarkaa I/Aanaa Kantiibaatti Hogganaa Biiroo Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee ta’uun tajaajilaa turani.

Hoggantoonni Magaalaa Finfinnees “Obbo Xiraatuun Misooma Magaalaa Finfinnee keessatti shoora bahataniif galateeffataniiru.

Sirna kana irratti Sadarkaa I/Aanaa Kantiibaatti Hogganaa Biiroo Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee haaraa ta’uun kan muudaman Obbo Miiliyoon Maatiyaasiif simannaan taasifamuu odeeffannoon Waajjira Kantiibaa irraa arganne ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply