Giddu-galli qoricha aadaa uummata Yem, gaara Boor jedhamu irraa waggaa waggaan Onkololeessa 17 simboof miidhagina qofa osoo hin taane, qorichis irraa hammaarama.
Gaarri Boor, Gaara Fayyinaa jedhamuunis beekama.
Giddu-galeessa Itoophiyaa Godina Yemiitti kan argamu gaarri Boor, uummata naannoo sanaaf madda miidhaginaati.
Guyyaa har’aas gaarichi ogeeyyii miidiyaa adda addaan daawwatameera.