Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii G-20 cinaatti Mootii Abu Daabii Sheek Kaaliid Biin Mohaammad Biin Zaayid Al-nahiyaan waliin mari’atan.
Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin marichaan tumsa tarsiimawaa cimsuu irratti xiyyeeffachuu eeran.