Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Walgahii G20 cinatti, Daayirektara Olaantuu IMF Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa waliin haala dinagdee addunyaa, riifoormio dinagdee Itoophiyaa irratti mari’achuu himan.
Dooktar Abiyyi walga’ii G20 cinatti Daayirektara Olaantuu IMF Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa waliin mari’atan