Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD), gitasaanii Singaapoor Lawuransi Woongi daawwannaaf gara Itoophiyaa dhufan simatan.
Mr. Woongi buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Dr. Abiyyi isaan simataniiru.
Daawwannaan kun tumsa biyyoota lameeniif murteessaa ta’uu Dr. Abiyyi ibsaniiru.
Carraalee waltumsaa haarawaaf carraale barbaaduufis carraa akka uumu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.