Badhaasni Miidiyaa Afriikaa gaazexeessitoota dameelee garagaraan badhaasu Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Badhaasichaan Gaazexeessaan AMN Kutaa Afaan Ingilizii Afwarq Wubatuu Badhaasa damee “African Life Style” jedhuun kaadhimamtoota 3 keessa seeneera.
Beeteeliheem Ayyenewutu gabaase