Lammiin Firaans kilaba PSG’f taphatu Usmaan Deembeelee, taphataa cimaa waggaa FIFA bara 2025 injifate.
Taphatichi Baaloon D’oriin dursee yoo injifatu badhaasota gurguddoo lameen kanaan Laamiin Yaamaal caaluun Mootii Bara 2025 ta’uu mirkaneesseera.
Leenjisaa Luwis Enriikeenis badhaasa Leenjisaa Cimaa FIFA injifataniiru.
Garee Cimaa FIFA 11, keessaattis taphattoonni PSG 5 filamaniiru