
AMN- Sadaasa 05/ 2017
Jiraattoonni Godina Arsii aanaalee garaagaraa hiriira baâuun qaamolee hidhatanii bosona jiraniif waamichaa nagaa taasisaniiru.
Godinichatti, qaamni hidhatee bosona keessa socho’uun hawaasa dararaa jiru, mootummaan waamicha isaaniif taasise fudhachuun akka karaa nagaan harka kennatan hiiriraa nagaa baâuun gaafataniiru.

Hiriiraa nagaa Aanaa Muunessaatti gaggeeffamerratti kutaaleen hawaasa garaagaraa, abbootiin amantaa, Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Jaarsolii biyyaa, barattoota, barsiisonni hirmaataniiru.
âTokkummaa keenya itti haa fufsiisnuâ, âduuti haadhaa bu’aa nuuf hin qabuâ, âSababa nageenyaatiin misoomni gufachuu hinqabuâ, âQe’een Oromoo nagaa ta’uu qabaâ dhaadannoo jedhu dhageessuu FBC gabaase.