Bitootessa 24 sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinnetti eegalameera
Marii Paanaalii kanaratti hoggantoonni olanoo, beektonii, abbootiin amantaa, abbootiin gadaa, jaarsoliin biyyaa, dargaggoonni, dubartootni, bakka bu’uunni partiilee markattotaa fi garee hawaasaa kannenn waamicha taasifameef argamaniiru.
Waajjira Kantiibaa