Fooramiin lammiilee Paarlaamaa sadaffaan mana maree bakka bu’uuta uummataatti ta’aamaa jira.
Fooramicharratti Af-yaa’iin mana maree bakka bu’uuta uummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Af-yaa’ii Itti aantuu Aaddee Loomii Badhoo, Af-yaa’ii Itti aantuu mana maree federeeshinii Aadde Zahaaraa Uumad, mana maree bakka bu’uuta uummataatti ministirri itti waamamaa mootummaa Tasfaayee Beljigee (Dr.), miseensonni mana marichaa, hayyoonnii fi keessummoonni affeeraman hirmaachaa jiru.
Af-yaa’iin Mana Maree Bakka bu’oota Uummataa obbo Taaggasee Caafoo lamileen hunduu heeraa mootummaaf abboomamuu akka qaan eeraniiru
Barreeffamoonni seenaa imala heera mootummoota Itoophiyaa fi idil addunyaa irratti xiyyeeffatan fooramicharratti dhihaachuu odeeffannoon mana marichaa ni mul’isa.