Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e himame

You are currently viewing Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e himame

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017

Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa akka ta’e Ministir Deetan Ministeera Nageenyaa Keyiraddiin Tazarraan (Dr.) himaniiru

Dargaagoonnii ijaarsa biyyaa keessaattii ittii gafatamuummaa isaanii akka bahaataniiif mariin hubbannoo umuu mata duree “ Biyyaa koo ijaaruuf gahee kiyyaa naan bahaa ” jedhuu Kuta Magaalaa Booleetti gaggeefameera.

Dargaggoonni jijjiiramni siyaasaa biyya keenyatti akka dhufu taasisuu qofa osoo hin taanee jijjiiraamichi qormaatawwan hedduu keessa darbee milkaa’inoota hedduu akka galmeessuuf gahee isaan irraa eegamu bahachaa jirachuu dubbataniiruu.

Mootummaanis hirmaannaa dargaggootaa gama hundaan mirkaneessuun fayyadamummaa dargaggootaa guddisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetaa akka jiruu dubbataniru.

Milkaa’inaafi fayyadamummaa dargaggootaa gama siyaasaan argame gama dinagdeetiinis dabaluuf mootummaan dinagdee keessatti tarsimoo hirmaannaafi fayyadamummaa dargaggootaa dhugoomsu hojii misoomaa gargaraa hojetamaa jiruu dargaggoota giddu galeessaa kan godhaate ta’uus dubbataniru.

Dargaggoonni gahee ijaarsa biyyaa keessatti qabu hubatee kallattii hojii itti aanuuf akka of qopheessuuf nageenyaafi guddiinaa magaalaattiirra darbee akka biyyaatti itti fufinsaan eegsisuuf gama hundaan gahee isaanii akka bahataan hubachiisaaniruu.

Tsahaay zawudeetu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply