Duudhaalee Sirna Gadaa Oromoo Beektuu?
Gadaan Sirna siyaasaa, diinagdeefi hawaasummaa Ummanni Oromoo ittiin walbulchaa tureedha. Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata dimookraatawa hawaasni martii haala walqixxummaa qabuun keessatti qooda fudhataniidha. Sirni Gadaa Ummata Oromoo gosaan yookiin…