Taphataan Liveerpuul Diyaagoo Jootaa lubbuun darbuun ibsame

You are currently viewing Taphataan Liveerpuul Diyaagoo Jootaa lubbuun darbuun ibsame

AMN PLUS, Waxabajjii 26/2017

Taphataan sarara fuulduraa Liveerpuuliifi garee biyyaalessaa kubbaa miilaa dhiirotaa Poorchuugaal balaa konkolaataan lubbuun darbuun himameera.

Diyaagoo Jootaa taphataa gahumsa qabu yoo tahu bara wal dorgommii darbee Liveerpuul waliin shaampiyoonaa pirimeerliigii Ingilaandi ture. Maarkaatu gabaase

Iddoosaa Abdiitiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply