Hoggantoonni Olaanoo fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa fi Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Magaalaa Finfinnee buqiltuu dhaaban

You are currently viewing Hoggantoonni Olaanoo fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa fi Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Magaalaa Finfinnee buqiltuu dhaaban

AMN PLUS-Adoolessa 24/2017

Hoggantoonni Olaanoo fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa fi Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Magaalaa Finfinnee sagantaa ashaaraa magariisaa naannoo Awwaaree, qarqara laga Ginfilleetti biqiltuu dhaaban

Saganticharratti jiraattonni naannoo sana hirmaataniiru.

Guyyaa har’aa guutuu biyyaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu adeemsifamas jira.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply