Muummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

You are currently viewing Muummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

AMN PLUS – Hagayya 13/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba falaasama Ida’amuu 4ffaa kan ta’e mata duree ‘Motummaa Ida’amuu’ jedhuun barreessan.

Abiyyi Ahimad (Dr.) kana dura kitaabilee 3, Ida’amuu, Daandii Ida’amuufi Dhaloota Ida’amuu kan barreessan yoo ta’u, ammammoo kitaaba haaraa “Mootummaa Ida’amuu” barreessaniiru.

Qabiyyee kitaabichaa ilaalchisuun turtii Faanaa Miidiyaa Korporeeshinii waliin taasisan boru Hagayya 14/2017 galgala sa’aatii 2:30tti dhihaata.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply