Baarseloonaan walii galtee taphataa ganna 26 Juulis Kundee waliin qabu dheeresse

You are currently viewing Baarseloonaan walii galtee taphataa ganna 26 Juulis Kundee waliin qabu dheeresse

AMN PLUS 15 /12/ 17

Kilabni kaataaloon Baarseloonaan kontiraata taphataa sarara ittisaa Juulis Kundee dheeressuu beeksise.

Taphataan lammii Faransaay Juulis Kundeen walii galtee inni Baarseloonaa waliin qabu bara dorgommii 2027 xumurama, kana hordofee kontiraata dabalataa waggaa sadiif Baarseloonaa keessa isaa tursiisu hanga bara 2030’tti dheereesseera.

Juulis Kundeen Baarseloonaa keessatti sarara mirgaa irratti gahumsa garii agarsiisa jira.

Juulis Kundeen bara 2022 Siiviyaa irraa Baarseloonaatti erga dabalamee waancaa Laaligaa lama dabalatee waancawwaan shan injifatee jira.

Kadijjaa Ifaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply