Misirroowwan Faaya Irreechaa ta’an

You are currently viewing Misirroowwan Faaya Irreechaa ta’an

‎AMN PLUS- Fulbaana 23/2018

‎Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti simannaa keessummootaa taasifamaa jiru irratti waan ajaa’ibsiisaa mudateera.

‎Misirroowwan cidha isaanii raawwatan Faaya Irreechaa baranaa ta’aniiru.

‎Keessumootni suuraa irratti argitan lamaan warroomaniiru.

‎Sirna gaa’ila isaaniis bakka Itti Aantuun Bulchaa Kutaa Magaalaa Furii Aadde Rahimaa Juwaar argamanitti taasifameefii jira.

‎Misirroota kanneenis Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee eebbisanii milkaa’aa jechuun gara Irreecha Hora Finfinneetti bifa ho’aan gaggeessanii jiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply